Wednesday, March 22, 2006
Subscribe to:
Posts (Atom)
Mootummaan Habashaa Oromummaa dhabamsiisuuf ijibbaata godhaa ture keeysaa afaan oromoo ajjeesuuf carraaquun angafa.Haala kanarraan kan ka;e afaan naannoo baha Afrikaa keeyssattii baayyina nama isaan dubbatuun gita hin qabne godhe.Afaan kanaan dubbachuun lagatamee lammiin afaanichaa afaan isaa(afaan Amaaraa)akka fudhatu taasisuuf tooftaan dhimma itti in bahin ni takkata.arraa juuyaan saan hafeetii jirraa.afaan oromotifii ummani oromo in bilisuommaa.