Sunday, March 26, 2006

WBO .bilisummaan tan ummata oromoti

faruu alaaba oromia


Alaaba Oromoo ibsiitu dukkanaa; guyya sidhabbannee gabruummarraa baanaa. Kumni kumni du'uu, kan hafeen sidhaabbannaa, du'arraa hindeebinuu, tarreerra dhabbanaa. Alaaba Oromoo ibsiitu....
Dhigaan sifacaasaa, lafeen sibobeessaa; Oromiyarratti, gadi sumaan dhaabsisaa. Alaaba Oromoo ibsiitu.....
Dhiraa dhalaa keenyaa, bakkumaa jiiranii; gadi sidhaabuu jecha, ibiddaan dhuumanii. Alaaba Oromoo ibsiitu....
si dhaabannee bullaa, halkan tokkoofillee, guyyaan sun nidhufaa, hangam yoo turellee. Alaaba Oromoo, ibsiitu dukkanaa guyyaa sidhaabbannee, gabruumarraa banaa